Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Nagallee Arsii Magaalaa Dirre Dhawaa injifate

Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Nagallee Arsiin Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 3 fi 0 injifate. Tapha biroon sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan Hawaasaa fi Hadiyyaa Hoosaa’inaan Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaatti ni taphatu. Sa’aatii 10:00 irraa eegalee ammoo Magaalaan…
Read More...