Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Waancaan biyyoota Awurooppaa 2024 har’a eegala

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Waancaan biyyoota Awurooppaa 2024 qopheessummaa Jarmaniin gaggeeffamu har’a eegala. Har’a halkan sirni baniinsaa kan gaggeeffamu yoo ta’uu, sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni baniinsaa Jarmanii fi Iskootilaandi gidduutti Istaadiyeemii Alenza Areenaatti ni taphatama. Biyyoonni maqaan isaanii leellifamu…
Read More...