Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Maanchiister Siitii 3 – 0 Liiverpuul

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – ‎Morkii cimaan torbee 11ffaa olaantummaa Maanchiister Siitiin xumurame. Maanchiister Siitiin galchii 3 fi 0'n Liiverpuul injifachuun sadarkaa isaa gara 2ffaatti fooyyeffate. Arsenaal qabxii 26'n liigichi yoo dursu, Siitiin qabxii 22'n sadarkaa 2ffaa fi Cheelsiin qabxii 20'n sadarkaa 3ffaa qabataniiru.…
Read More...

Cheelsii 3-0 Walvis

Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) - Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 11ffaan Chelsiin Walvisiin 3 fi 0'n injifateera. Maaloo Guutoo, Zyo'aawoo Peediroo fi Peediroo Neetoo Cheelsiwwaniif galchii lakkoofsisaniiru. Bu'aa kanaan…

Aarbaa Minci 0 –1 Adaamaa

Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan injifannoo jalqabaa galmeesseera. Adaamaan bara kana walitti aansuun taphoota 3 qixa erga bahee booda har’a galchii 1 fi 0’n…