Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Adaamaa 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qixa bahe. Taphni kilaboota lamaan gidduutti taphatame galchii malee qixa xumurameera. Adaamaan yeroo sadaffaaf walitti aansuun qixa baheera. Taphoota sadirratti galchii hin galchines hin keessummeessines.…
Read More...