Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gareen Atileetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa umurii 18 gadii fi 20 gadii irratti hirmaatu geggeeffame

Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Umurii waggaa 18 fi 20 gadii irratti hirmaachuuf gara Naayijeeriyaa Abukutaa deemuuf sirni geggeessaa raawwatameef. Sirna kana irratti kan argaman Ministir Deetaan Aadaa fi Ispoortii Mekiyuu Mohaammad, atileetotni dorgommiiwwan irratti…
Read More...

Gincii 1 – 0 Haraa

Finfinnee,  Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Ginciin  Magaalaa Haraa injifate. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gincii galchii…

Dambi Doolloo 0 – 0 Buna Baaskeet

Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Buna Baaskeet waliin qixa bahe. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni bulchiinsa magaalaa…