Ispoortii
Feestivaalli Ispoortii dhaabbilee barnoota olaanoo 49 hirmachise Jimmaatti gaggefamu eegalame
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii dhaabbilee barnoota olaanoo 49 hirmachise Magaalaa Jimmaatti gaggefamuu eegaleera.
Ispoortiin guddina waliigalaa biyya tokkoo keessatti qooda guddaa qaba jedhan Ministir Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Makiyuu Mahaammad.
Feestivalli Ispoortii Dhaabbilee barnoota olaanootti…
Read More...
Atileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira…
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Atileet Hagoos Gabrahiwoot fi Atileet Biqilee Anbasseen dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 Itiyoophiyaa 1ffaa injifataniiru.
Dorgommii fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 guyyaa har’aa…
Taphni Arseenaal fi Maanchistar Yuunaayitid ni eegama
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Tapha piriimerliigii Ingiliz torbee 23ffaan taphni har’a Arseenaal fi Maanchistar Yuunaayitid taphatan hawwii guddaan eegama.
Kilaboonni lameen taphoota shan darban waliin taphatan keessaa Arseenaal…
Maanchister Siitiin Walvisiin injifate
Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Maanchister Siitiin Walvisiin 2 fi 0'n injifateera.
Omaar Maarmush fi Antooniyoo Semeeniyoo Maanchister Siitiif galchiiwwan lamaan…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaan morkiin Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasisu…
Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Morkiin Boru dursaan liigichaa Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasisu xiyyeeffannoo argateera.
Taphoonni…
Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Adaamaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera.
Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa galchii 3 fi 2’n Baankii Daldala…
Walwaaloo Addigiraat 1- 1 Shaggar
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 16ffaa har’a taphatameen Shaggar Walwaaloo Addigiraat waliin qixa bahe.
Shaggar har’a Walwaaloo Addigiraat waliin galchii 1 qixa baheera.
Heenook…