Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii hundeeffama waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii hundeeffama waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jira.

Manni Marichaa yaa’iisaan muudama Pireezidaantii, Af-Yaa’iifi Af-Yaa’ii Mana Maree naannichaa dabalatee muudamoota garaagaraa ni raggaasisaan eegama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.