Fana: At a Speed of Life!

Obbo Kadir Juhaar Ittaanaa Kantiibaa Magaalaa Dirre Dhawaa ta’uun moggaafaman

Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jiruun obbo Kadir Juhaar Ittaanaa Kantiibaa magaalichaa taasisuun moggaaseera.

Obbo Kadir Juhaar mana marichaa fuuldurratti sirna kakuu raawwataniiru.

#Ethiopia #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #MullataGuddaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.