Oduu biyya keessaa Lammiileen 88 Beeruut irraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Beeruutitti deeggarsa Wajjira Qonsilaa Jeneraalaa Itiyoophiyaan gara biyyaatti akka deebi’aniif haala mijateen lammiileen 88 har’a gara biyyaatti deebi’uun…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin muuxannoo waljijjiirraa Mana Maree Daldalaa Oromiyaa gaggeefamaa jira Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Waltajjiin muuxannoo waljijjiirraa Manneen Maree Daldalaa fi Waldaalee Seektaraa Oromiyaa, Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Buna toonii miiliyoona 1 ol argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Bara kana akka Naannoo Oromiyaatti oomisha bunaa toonii miliyoona 1 fi kuma 150 argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame. Jilli Hoogganaa Ittaanaa Biiroo…
Oduu biyya keessaa Laga Hasaasaa Birrii miiliyoona 100’n misoomsuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)-Pirojektii misooma qarqara Laga Hasaasaa Birrii miiliyoona 100’n misoomsuuf hojjetamaa jiraachuun eerame. Bulchaan Aanaa Gadab Hasaasaa Obbo Taarikuu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessaa jira Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’icha irratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Ispoortii Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Maqaleetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira. Dorgommicharratti Atileetonni 84 kilaboota, naannolee fi bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Boordichi Qajeelcha Waliigalaa Ajaja Labsii Yeroo ariifachiisaa waliin mari’ate Debela Tadesse Nov 24, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Boordiin Qorannoo Labsii yeroo ariifachiisaa hojiirra oolmaa yaada murtoo kennee turerratti Qajeelcha Waliigalaa Ajaja Labsii Yeroo ariifachiisaa waliin…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan Doolaara Sobaa kuma 28 qabatee socho’aa ture to’atame Debela Tadesse Nov 24, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Namni dhuunfaan Doolaara Ameerikaa Sobaa kuma 28 qabatee socho'aa ture to'atamuu Poolisiin beeksise. Shakkamaan Doolaara Ameerikaa Sobaa kuma 28 fi 400…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiiwwanitti walabummaan akkaadaamii akka cimuuf hojjetamaa jira-Pirof. Birhaanuu Naggaa Debela Tadesse Nov 24, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwanitti ofiin of bulchuu fi walabummaan akkaadaamii akka cimuuf mootummaan kutannoon hojjechaa jiraachuu Chaansilarii Yuunivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Seenaa Aadde Tsahaay Tolasaa madaalli obsaa fi gootummaa kan argisiisuudha- Dooktar Abiy… Debela Tadesse Nov 24, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC)- Kitaabni Seenaa Imaammaa Tsahaay amantaa cimaa qormaataan hinmo’amnee, madaala obsaa fi gootummaa kan argisiisudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…