Oomishni Ga’e Rooban Akka Hin Mancaaneef Duulaan Haa Sassaabnu-BKO
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC)- Oomishni ga'e rooba yeroo maleetiin akka hin mancaaneef duulaan haa sassaabnu jechuun Biiroon Komiikeeshinii Oromiyaa hubachiise.
Biirichii ibsa baaseen…