Keemikaalli farra aramaa liitirii kuma 4 ol seeraan alaan daddabarfama ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Bulchinsa Magaalaa Asallaatti keemikaali farraa aramaa gosa garagaraa 11 fi liitirii kuma 4 fi 270 ol seeraan ala daddabarfamaa ture to'atame.…