Finfinneetti har’a Awutoobisoonni haaraan 67 hojii eegalan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhiyeessa tajaajila Geejjibaa ummataa Fooyyessuuf har'a Awutoobisoonni dabalataa 67 hojii eegaluu ibsameera.
Konkolaattoonni…