Zayiitiin nyaataa liitirri miiliyoona 16 torbee dhufu gara biyyaa galfama
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)- Zayiitiin nyaata biyya alaa irraa bitame liitirri miiliyoona 16 torbee dhufu gara biyya keessaa akka galfamu Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii…