Jilli Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Piroojektoota Invastimantii kutaa magaalaa Galaaniitti…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa kantiibaa magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Piroojektoota Invastimantii kutaa magaalaa Galaaniitti hojjetamaa jiran…