Sa’aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 galmeesse riikardii…
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Sa'aatiin Atleet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daayimandii Liigii Paarisiin galmeesse riikardii addunyaa ta'uun mirkanaa'eera.…