Oduu biyya keessaa Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Walisoo eebbisiifame Ayana Dheressa Jul 6, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017 (FMC)- Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Walisoo eebbisiifameera. Buufatichi baasii Birrii miiliyoona 600 oliin kan ijaarame ta'uu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Piroojektoonni guyyaa har’aa tajaajilaaf banaman sochii daldalaa ni saffisiisu- Kantiibaa Adaanech… Ayana Dheressa Jul 6, 2025 0 Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoonni guyyaa har’aa magaalichatti eebbisiifamuun tajaajilaaf banaman sochii daldalaa ni saffisiisu…
Ispoortii Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa… Ayana Dheressa Jul 6, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifataniiru. Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni ijaarsa biyyaafi nageenya waaraaf dammaqinaan hirmaachuu qabu- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Jul 6, 2025 0 Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Dargaggoonni Itiyoophiyaa badhaate ijaaruufi nageenya waaraa mirkaneessuuf gahee isaanii bahachuu akka qaban Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Misoomni Kooriidarii sochii daldalaa saffisiisuu keessatti gahee guddaa qaba- Hayyoota Ayana Dheressa Jul 6, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017 (FMC) – Misoomni Kooriidarii magaalaa sochii daldalaafi guddina diinagdee saffisiisuu keessatti gahee guddaa qaba jedhan hayyoonni. Yuuniivarsiitii Siiviil…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti piroojektoonni garaagaraa 21 ijaaramaa turan eebbisiifaman Ayana Dheressa Jul 6, 2025 0 Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti piroojektoonni daandii 13 dheerina kiiloomeetira 31.5 qabaniifi riqichoonni 8 eebbisiifamuun tajaajilaaf banaman. Saganticharratti…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ameerikaatti dorgomame injifatan Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Dorgommii fiigicha meetira kuma 10'n Iyuujiinitti dhiiroota gidduutti har'a dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa bahuun injifatan.…
Ispoortii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Tapha Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti taphatamaa jiruun PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe. PSGn galchii 2 fi 0n Baayern…
Oduu biyya keessaa Boorana Bahaatti laftis sirna beeka; seerrifi safuun damboobee argama – Pireezidaanti… Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Boorana Bahaatti nama qofa osoo hintaane, laftis sirna beeka; seerrifi safuun damboobee argama jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Waadaan Saqoxaa fayyaa hawaasaa fooyyessuun wabii fayyaa ta’aa jira – Obbo Tamasgeen… Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Waadaan Saqoxaa hojiirra ooluun fayyaa hawaasaa fooyyessuun wabii fayyaa ta'aa jira jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…