Magaalaan giddu gala daldalaa turte Asab amma qullaatti hafte –Kantiibaa Ittaanaa Duraanii
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) – Magaalaan giddu gala al ergii fi galchii daldalaa turte Asab amma qullaatti hafteerti jedhan Kantiibaa Ittaanaan duraanii magaalattii obbo Daani’eel…