Magaalaa Finfinneetti guyyaan Cichoominaa sagantaalee adda addaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Qaammeen 3 guyyaan Cichoominaa sagantaalee adda addaa kabajamaa jira.
Biyya bu’uura cimtuu ijaaruun cimina dhaabbillee qofa osoo…