Oduu biyya keessaa Olka’iinsa ce’aa Itiyoophiyaa! Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Itiyoophiyaan biyya seenaa dheeraa fi aadaa bal’aa qabduudha. Akkuma seenaa keessatti himamutti, Risaan yeroo umrii isaa dheereffatu, baallee isaa moofaa of irraa buqqisee, Uuruu isaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Itiyoophiyaafi Turkiyyee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuuf Paartiin Badhaadhinaa Kutannoon… Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Hariiroo Itiyoophiyaafi Turkiyyee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuuf Paartiin Badhaadhinaa Kutannoon hojjeta jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Ittaanaatti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan misooma anniisaa haaromfamaa cimsitee itti fufti- Pireezidaanti Taayyee… Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan misooma anniisaa haaromfamaa cimsitee itti fufti jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Yaa’iin waggaa Invastimantii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti ayyaanaaf beelladoota kuma 4 oliif tajaajila qalmaa kennuuf qophiin xumurame Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) — Magaalaa Finfinneetti ayyaana bara haaraa dhufuuf beeyiladoota 4,500 oliif tajaajila qalmaa kennuuf qophiin xumurameera jedhe Dhaabbanni Qeeraa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Goobee fi Shinooyyee dhaloota itti aanutti dabarsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Aadde… Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Feestivaala Goobee fi Shinooyyee dhaloota itti aanutti dabarsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Sa'aadaa…
Oduu biyya keessaa Olka’iinsa Dippilomaasii Itiyoophiyaa Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Imaammanni alaa fi dippilomaasii Itiyoophiyaa waggoota shanan darban keessa haala faayidaa biyyaalessaa fi birmadummaa biyyaa kabachiisuun ce’umsa…
Oduu biyya keessaa Goobee mallattoo jaalalaa fi tokkummaa… Sifen Megersa Sep 7, 2026 0 Taphni Goobee mallattoo gammachuu, tokkummaa fi walitti dhufeenya hawaasummaati. Xumura Gannaa fi jalqaba waqtii Birraa tapha Qeerroowwan taphataniidha. Aadaa dhaloota irraa…
Biiznasii Magaalichatti Ayyaana bara haaraaf dhiyeessii oomishaalee bu’uuraa… Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen bu’uuraa gatii madaalawaan dhiyaachaa jiru. Faanaa Diijitaal daawwannaa Giddugala Gabaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Embaasiiwwan Finfinneetti argamaniif ergaa baga bara haaraan isin gahee dabarsaa jira Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Ministeerri Dhimma Alaa Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif bara haaraa Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa baga bara…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalcha Artist Ilfinesh Qannoo boru Magaalaa Ambootti raawwatama Ayana Dheressa Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Sirni Awwaalcha Artist Ilfinesh Qannoo guyyaa boruu Magaalaa Ambootti kan raawwatamuu ta'uun ibsameera. Sirna gaggeessaa Artistii fi qabsooftuu Ilfinash…