Oduu biyya keessaa Pirojektiin Finnaa Dibbee Adaamaa… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo horsiisee bulaa hundeerraa furuuf xiyyeefannoo kennuun pirojektii Finnaarratti hojjechaa jira. Godina Boorana…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu… Ayana Dheressa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen…
Biiznasii Fooyya’iinsi diinagdee gooroo dirree gabaa kaappitaalaa mijataa uume- Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Ayana Dheressa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi fooyya’iinsi diinagdee gooroo dirree gabaa kaappitaalaa iftoomina qabu, mijataafi tilmaamamuu…
Ispoortii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2026’f dabarte Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Tapha sadarkaa seekaafaa har’a taphatameen gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Keeniyaa injifachuun waancaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi yaa’ii waamuuf qophii xumuraa jira- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa Ayana Dheressa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Ara’aayaan ajandaalee yaa’ii marii bocuun ifoomsuufi yaa’ii waamuuf komishinichi qophii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Dooktar Jamaal Bakar xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Emireetoota Araba… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Ambaasaaddara guutuu ta’uun kan muudaman Ambaasaaddar Dooktar Jamaal Bakar xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Albuudnii fi indaastiriin ka’umsa, dinagdeen dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha – Dooktar… Yonatan Birhanu Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) - Dameeleen albuudaa fi indaastirii bakka ka’umsa keenyaa, dinagdeen, dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Waltajjii injifannoo dippiloomaasii olaanaa argamsiise… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii biyyoota garee 20 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame cinatti hoggantoota biyyoota 16 waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleera- Komishinicha Ayana Dheressa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleerajedhe. Komishinarri…
Teeknooloojii Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha –… Sifen Megersa Dec 2, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Guddina Diinagdee waaraa mirkaneessuuf hubannoo namtolcheef xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha jedhe Mootummoota Gamtoomaniitti sagantaan Misoomaa.…