Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Maaddii qoodan Tsehay Guluma Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Maaddii qoodaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy ayyaana Faasikaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Iyyasuus Kiristoos jaalala, gaarummaa fi gadi of qabuu itti barsiise… Sifen Megersa Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Ebla 1, 2018(FMC) – Har’a torbee dhukkubbii guyyaa 4ffaa Kamisa kadhannaati. Guyyaa Iyyasuus Kiristoota duuka buutoota isaa gadi jedhee miila dhiquun gaarummaa, jaalalaa fi…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa…
Idil Addunyaa “Haleellaan Libaanos irratti raawwatamu yoo itti fufe waliigaltee dhukaasa dhaabuu keessaan… Yonatan Birhanu Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Israa'el haleellaa Libaanos irratti raawvattu yoo itti fufte, waliigaltee dhukaasa dhaabuu keessaa akka of baastu Iraan beeksifteetti. Akka ragaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Jappaan tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Jappaan tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigalaniiru. Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa Injinar Ayishaa Mahaammad jila Gorsaa…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii… Ayana Dheressa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru. Pirezidaanti Taayyee…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin nageenya biyyaaleessaa 7ffaan Magaalaa Asoosaatti gaggeeffama Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Yaa’iin nageenya biyyaaleessaa 7ffaan Magaalaa Asoosaatti gaggeeffama jedhe Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa. Yaa’ichi mata duree ‘Amantaan…
Idil Addunyaa Waliigaltee yeroo dhukaasa dhaabuu Ameerikaa – Iraan fi simannaa addunyaa Yonatan Birhanu Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) - Waliigaltee yeroof dhukaasa dhaabuu Ameerikaa fi Iraan gidduutti uumameen walqabatee, addunyaan bakka lamatti qoodamtee jirti jedhu gabaasaaleen adda…
Ispoortii Buna Itiyoophiyaa 1 – 1 Shaggar Sifen Megersa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan morkiin Buna Itiyoophiyaa fi Magaalaa Shaggar gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Dooktar Umar Huseen xalaayaa muudamaa isaanii Pirezidaantii Paakistaaniif dhiyeessan Ayana Dheressa Apr 8, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2018 (FMC) – Rippaabiliika Islaamummaa Paakistaanitti Ergamaan Addaafi Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Umar Huseen xalayaa muudamaa isaanii Pirezidaantii…