Oduu biyya keessaa Torbeen ogummaa Afrikaa 2ffaan eegalame Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) - Torbeen ogummaa Afrikaa 2ffaan har’a Galma Walga’ii Gamtaa Afrikaatti eegalameera. Torbichi mata duree "Misooma Oguummaa Dandeettii Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan Garagaraa Dabarse Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 49ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan manni…
Fayyaa Tajaajilli Hospiitaala waliigalaa Baalee Roobee fooyya’e – Tajaajilamtoota Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) - Tajaajilli Hospitaala Waliigalaa Baalee Roobeerraa argatan fooyya’uu tajaajilamtoonni dubbatan. Jiraattonni magaalaa Roobeefi aanaalee godina…
Oduu biyya keessaa Tajaajili Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa guyyaa alaabaa kabaje Yonatan Birhanu Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018 (FMC) – Tajaajili Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa guyyaa alaabaa Biyyaalessaa 18ffaa sagantaalee garaagaraan kabajeera. Guyyicha bakka hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Oct 14, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) - Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaana 1ffaa bara 2018 Magaalaa Adaamaatti gaggeefamu eegaleera. Dandeetiin…
Idil Addunyaa Waliigalteen seena qabeessi waraana Gaazaa dhaabsisu mallatteeffame Yonatan Birhanu Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) - Waliigalteen seena qabeessi waraana Gaazaa dhaabsisu fi nagaa waaraa Baha Giddugaleessaatti fidu mallatteeffame jedhan Pirezidaantiin Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Pirejektoonni biyyaalessaa eegalaman olka’iinsa alaabaa keenyaa kan dabalanidha- TKM Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Pirejektoonni biyyaalessaa xumuramaniifi eegalaman olka’iinsa alaabaa keenyaa kan dabalanidha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan ilaalcha bara gita bittaa Ijipt laga Naayil irratti calaqisiistu kufaa taasiste Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan ilaalcha bara gita bittaa tumsa Afrikaanotaa faallessu Ijipt laga Naayil irratti calaqisiistu fudhatama hin qabu jechuun kufaa taasiste.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaar aanaa Koonaabaatti Kirkirri lafaa manneen 500 ol miidhe Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Kirkirri lafaa naannoo Afaar aanaa Koonaabaatti mudate manneen 500 ol irra miidhaa qaqqabsiise. Bulchaan Aanichaa obbo Mahaammad Yaahiyyaa Faanaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajili Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa guyyaa alaabaa kabaje Yonatan Birhanu Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018 (FMC) – Tajaajili Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa guyyaa alaabaa Biyyaalessaa 18ffaa sagantaalee garaagaraan kabajeera. Guyyicha bakka hoggantoonni…