Dhiyeessii sharafa alaa Baankii Biyyaalessaan cimee itti fufe…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa yaa’insi sharafa alaa waan itti fufeef bara baajetaa haaraattis sharafa alaa dhiyeessuu cimsee akka itti fufu ibseera.…