Piroojektiin Bishaan Dhugaatii Lammiilee kuma 11 fi 700 fayyadamoo taasiisu xumurame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Harargee Bahaa fi naannawaa daangaa naannoo Somaaleetti Piroojektii Bishaan Dhugaatii Lammiilee kuma 11…