Magaalichatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 845 oliin ijaaraman eebbisiifamaa jiru
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Qiirqoositti Piroojektoota Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 45 oliin ijaaraman…