Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa xumurame
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa Birrii miiliyoona 20 hojjetame xumuramuu ibsameera.
Bakki bishaan gama dhabamsiisa…