Hojiin Finfinnee magariisa uwwisuu cimee itti fufa- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Guyyaan har’aa guyyaa itti duulli ashaaraa magariisaa xumuramu malee hojiin magaalaa Finfinnee magariisa uwwisuu cimee kan itti fufu ta’uu kantiibaan…