Teeknooloojii Naannichatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob hojii eegale Sifen Megersa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannaa Amaaraatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob magaalaa Bahirdaaritti hojii eegaleera. Pireezidaantii naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa,…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu ni eegama Tsehay Guluma Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu hawwiin eegama. Har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee…
Teeknooloojii Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ Yuunivarsitii Ambootti baname Tsehay Guluma Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ jedhamu Yuunivarsiitii Ambootti guyyaa har’aa baname. Itiyoophiyaatti kan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira Tsehay Guluma Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira. Haaluma kanaan Magaalota Maayicawu, Aksuum, Humaraa fi Addigiraatitti kabajamaa jira.…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan.. Sifen Megersa Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Bireentifoordi – Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) - Ayyaanni Masqalaa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa guutuu Itiyoophiyaatti argaman biratti kabajamaa jira. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad,…
Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira-… Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira jedhan Itti aanaan Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera- Kantiibaa… Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera jedhan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni Uummataafi amantaa agarsiistuu heddummina Itiyoophiyaati- TKM Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ayyaanonni Uummataafi amantaa agarsiistuu heddummina Itiyoophiyaati jedhe. Ayyaanni Daamaraa Masqalaa hambaalee…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Sep 26, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Masqalaa ayyaana irra…