Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 Atileetonni Itiyoophiyaa 2 xumuraaf darban
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha gulaallii meetira kuma 5’n Hagos Gabrahiwatii fi Biiniyaam Mahaariin xumuraaf darban.
Atileet…