Hidhi Haaromsaa mallattoo guddummaafi waltumsuuti- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa mallattoo guddummaafi waltumsuuti jedhan.
Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa…