Waajabila Faanaa Magaalaa Naqamteetti biiftuuwwan sadii mul’atan Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)-Godina Wallagaa Bahaa magaalaa Naqamteetti biiftuuwwan sadii har’a mul’ataniiru. Har’a ganama naannawa sa’aatii 3:00tti biiftuun sadii kan muul’atan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Hadaraa Abarraan Ambaasaaddaroota teessoo isaanii Akiraa taasisaan waliin mari’atan Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Akiraatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Hadaraa Abarraan gita isaanii Ruwaandaa Dooktar Eesaa Kiirboo fi raawwachiisa dhimma Laayibeeriyaa Alii E Maasaawiik…
Oduu biyya keessaa Afrikaan nageenyaa fooyya’aa fi badhaadhina akka qabattuuf murannoo qabaachuu qabna-Dura Ta’aa… Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Afrikaan nageenyaa fooyya’aa fi badhaadhina akka qabattuuf kan yeroo kami caalaa murannoo qabaachuu qabna jechuun Dura Ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Afrikaa kabajame Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Guyyaan Afrikaa magaalaa Finfinneetti kabajameera. Guyyaan Afrikaa hundeeffama Gamtaa Afrikaa bara 1963 hordofee kan kabajamuudha. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii aanaa magaalaa Finfinnee hundaa’e Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Manni Murtii aanaa magaalaa Finfinnee hundaa'era Preezdaantiin Mana Murtii Waliigala Oromiyaa, obbo Gazaalii Abbaasimal, Manni Murtii aanaa Magaalaa…
Teeknooloojii Manneen barnootaaf appilikeeshiniin ‘Covid-19 Ityoophiyaa’ jedhu ifoome Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Bulchiinsa manneen barnootaa hojjettootaa fi barsiisootaaf hojii tamsa’ina vaayrasii koroona ittisuu fi to’achuuf hubannoo kan laatuu appiliikeshiniin…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan hariiroo Afrikaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo kan laattuu fi deeggarsa taasiiftu kan itti… Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Raashiyaan hariiroo Afrikaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo kan laattuu fi deeggarsa taasiiftu kan itti fuftu ta’uu Preezdaantiin biyyattii Bilaadmiir…
Oduu biyya keessaa Dhorkamni Viizaa Ameerikaan keesse tarkaanfii imaammata dirqiin jijjiirsiisuuf fudhatameedha jedhame Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) - Dhorkamni Viizaa Ameerikaan aanga’oota Ityoophiyaarra keesse tarkaanfii imaammata dirqiin jijjiirsiisuuf fudhatame ta’uu beektoonni ibsan.…
Oduu biyya keessaa Adeemsi biyya badhaate ijaaruuf taasiifamu mataansaa qorumsaan kan guutamedha – Dooktar Abiy Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Dooktar Abiy adeemsi biyya badhaate ijaaruuf godhamu…
Oduu biyya keessaa Dhorkiin Viizaa Ameerikaa hariiroo biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifneedha-Ministeera… Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Ameerikaan Dhorkiin Viizaa hoggantoota Ityoophiyaarra keessee hariiroo baroota dheeraa biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifnee fi naannichaa…