Idil Addunyaa Iraan haleellaa 100 ol Teel Aviivirratti raawwatte Sifen Megersa Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Iraan haleellaa deebii Israa’elirratti fudhachaa jirtuun Teel Aviivirratti qiyyeeffannaawwan 100 haleeluu ibsame. Haleellaan guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Damee Geejjibaafi Loojistiksii guddisuuf… Ayana Dheressa Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC) – Damee Geejjibaafi Loojistiksii guddisuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha jedhe Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii. Ministeerichi damee geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Qisaasamni boba’aa akka hin uumame Lammiileen itti gaafatamummaa isaanii bahachuu qabu- Abbaa… Tsehay Guluma Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC)- Qisaasamni boba’aa akka hin uumamne lammiileen hundi itti gaafatamummaa isaanii sirnaan bahachuu qabu jedhan Daayrekrarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Boba’aa…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan Sifen Megersa Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa garaagaraa kuma 100 oliif maaddii qoodaniiru. Kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii,…
Biiznasii Inisheetiiviiwwan qonna magaalaa kutaa Magaalaa Sulultaatti… Sifen Megersa Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti Inisheetiiviiwwan Horsiisa loon Aannanii, Lukkuu fi Fordisa Looniin milkaa’inni gaariin argamaa jira. Kutaa magaalichatti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Xaaliyaaniin idaa siqsuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Xaaliyaaniin waliigaltee idaa siqsuu mallatteessuun tumsa tarsiimawaa isaanii cimsan. Waliigalticha Ministira Ministeera Maallaqaa…
Ispoortii Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darban Sifen Megersa Mar 18, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) –Tapha deebii mo'anii darbuu Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal, Maadriidii fi PSG'n nuusa xumuraaf darbaniiru. Arsenaal…
Oduu biyya keessaa Kemiikaalli sammuu hadoochu kiilogiraamni 4.48 qabame Yonatan Birhanu Mar 17, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleen miliqfamee baafamuuf kan ture kemiikaalli sammuu hadoochu Kookeeyni jedhamu kiilogiraamni 4.48 qabamuun himame.…
Biiznasii Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa badhaasa kaffaltii Baankii Giddugaleessaa fi ijaarsa… Yonatan Birhanu Mar 17, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa badhaasa kaffaltii Baankii Giddugaleessaa fi ijaarsa bu'uuraalee misooma gabaa 'Central Banking' qopheessu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos jila gamaaggama haalduree filannoo Gamtaa Afrikaa waliin… Yonatan Birhanu Mar 17, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos jila gamaaggama qophii dursaa filannoo Gamtaa Afrikaa waliin mari'ataniiru. Ministirichi wayita…