Dameen Faayinaansii fayya qabeessa, tasgabbaa’aa fi nageenyi isaa eegamee socho’aa jira…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018(FMC) - Dameen faayinaansii Itiyoophiyaa fayya qabeessa, tasgabbaa'aa fi nageenyi isaa kan eegame ta'ee itti fufaa jiraachuun gamaaggamameera jedhe Baankiin…