Biyyoonni lamaan tumsa fayyadamummaa waloorratti hundaa’e caalmaatti cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin tumsa fayyadamummaa waloorratti hundaa’e caalmaatti cimsuuf mari’ataniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad…