Oduu biyya keessaa Faaruun filannoo waliigalaa 7ffaaf qophaa’e eebbifame Ayana Dheressa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa faaruu filannoo waliigalaa 7ffaaf qopheesse ‘“Filannoo Keenya- Biyya Nuun Ala” jedhu eebbisiiseera.…
Ispoortii Dippiloomaasiin Ispoortiifi hojiin bu’uuraalee misoomaa Ispoortii keenya bu’aa buusaa jira-… Ayana Dheressa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Hariiroon Idil-addunyaafi dippiloomaasiin Ispoortii akkasumas hojiin bu’uuraalee misoomaa Ispoortii keenya bu’aa buusaa jira jedhan Kantiibaan…
Teeknooloojii Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Pilaatfoormii kominikeeshinii ifoomse Ayana Dheressa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Pilaatfoormii kominikeeshinii hawaasarraa odeeffannoo ittiin fudhatuufi tajaajila garaagaraa kennu…
Oduu biyya keessaa Daa’imni Bileen wal’aansa fayyaa akka argattuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 4 taasifameef Ayana Dheressa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Daa’imni Bileen wal’aansa fayyaa akka argattuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 4 taasifameefiira. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Ispoortii Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Bunni Sidaamaa galchii 1 fi…
Fayyaa Dhaabbileen fayyaa tajaajila guutuu akka kennaniif xiyyeeffannoon hojjjetamaa jira- Piroofesar… Tsehay Guluma Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Dhaabbileen fayyaa tajaajila guutuu akka kennaniif xiyyeeffannoon hojjjetamaa jira jedhan Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa Piroofesar Natsaannat…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa inisheetiivii misoomaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa jira- Obbo Adam… Tsehay Guluma Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa inisheetiivii misoomaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa jira jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 ol mootummaa dhabsiisan himataman Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Hojjettootaa fi nama dhuunfaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 ol mootummaan argachuuf qabu dhabsiisanirratti himanni banameera. Ministeera…
Oduu biyya keessaa Sirni Shaabiyaa lammata ummata keenya akka miidhu carraa hin laannu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Sirni Shaabiyaa lammata ummata keenya akka miidhu carraa hin laannu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Yoo yaalanis yaalii isa…
Oduu biyya keessaa Aadaan sirnaa fi haala uumamurratti hundaa’uun amala jijjiirataa deema malee hin badu – Obbo… Sifen Megersa Mar 4, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Aadaan sirnaa fi haala uumamurratti hundaa’uun amala jijjiirataa deema malee hin badu jedhan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyatti Dursaan Garee…