Ispoortii Buna Itiyoophiyaa 0 – 3 Nageellee Arsii Sifen Megersa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) – Taphoota CBE piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Nageellee Arsiin Bunni Itiyoophiyaa injifate. Tapha har’a waaree booda sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Humna Qilleensaa ammayyaa yeroo gabaabaa keessatti ergama injifannoon xumuru – Gaachana Samiirraa Sifen Megersa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) –Birmadummaa biyya tokkoo haala amansiisaa ta’een kabachiisuuf Humna Qilleensaa ammayyaa ijaaruun dhimma ijoodha. Naannawaa daangaa qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Bu’uuraalee Misoomaa Diigaman Suphuun Tajaajilaaf Akka Qophaaaniif ni Hojjenna – Dooktar… Yonatan Birhanu Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) - Bu’uuraalee misoomaa walitti bu’iinsaan diigaman suphuun tajaajilaaf akka qophaa’aniif ni hojjenna jedhan Kantiibaan Magaalaa Maqalee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Karaa Qaroominni Itiyoophiyaa Ittiin Dhugoomuun Hojjechuuf Itti Gaafatamummaa Qabna –… Yonatan Birhanu Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) — Karaa ittiin qaroominni Itiyoophiyaa dhugoomuu danda’uun hojjechuuf itti gaafatamummaa qabna jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Obbo Getaachoo Raddaa Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Mootummoota Gamtoomanii Waliin Mari’atan Yonatan Birhanu Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) — Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee , Obbo Getaachoo Raddaa, Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Mootummoota Gamtoomanii , Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Hariiroo seenaa gara tumsa tarsiimawaatti guddachaa dhufe Ayana Dheressa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019(FMC)- Itiyoophiyaafi Keeniyaan biyyoota ollaa, seenaa waloofi hariiroo uummataa cimaa qabaniidha. Biyyoonni lameen hariiroo dippiloomaasii waggoota…
Oduu biyya keessaa Inisheetivii misooma Ruuzii Itiyoophiyaatti Sifen Megersa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkolooleessa 11, 2019 (FMC) – Ruuziin midhaan nyaataa addunyaa irratti baay’inaan oomishamu, nageenya nyaataa mirkaneessuu, galii qonnaan bultootaa guddisuu fi carraa hojii uumuu…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo fi xinxaalli sirriin misooma waaraaf murteessadha – Pir. Taayyee Atsiqasillaasee Sifen Megersa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkolooleessa 11, 2019 (FMC) – Odeeffannoo fi xinxaalli sirriin misooma hammataa, waaraafi amansiisaaf murteessadha jedhan Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen. Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Guddummaa keenya addunyaatti agarsiisuu qabna- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC)- Nuti uummata guddaadha; guddummaa keenya addunyaatti agarsiisuu qabna jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Komishinichi mul’ata misoomaa Itiyoophiyaa milkeessuuf qooda olaanaa qaba- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 21, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) — Komishiniin Anniisaa Niwukilaraa Itiyoophiyaa mul'ata misoomaa biyyattii milkeessuuf qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…