Ispoortii Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Morkii darbii Landaniin Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Arsenaal galchii 2 fi 1'n Cheelsii injifateera. Arsenaal qabxii…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen Atileetota buleeyyii rakkoo hawaasummaaf saaxilamaniif deeggarsa taasisan Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnse Adaanech Abeebeen Atileetota buleeyyii biyyaaf oolmaa guddaa oolanii fi rakkoo hawaasummaaf saaxilamaniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad sooma Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxaraa gaggeessan Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sooma Ramadaanaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif sagantaa Afxaraa gaggeessan.…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffate Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiiliiz torbee 28ffaa galgala kana taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara…
Oduu biyya keessaa Kabaja Ayyaana Injifannoo Adwaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an… Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Humni Waloo Nageenyaa kabaja Ayyaana Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta'an ifoomse. Ayyaana…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Baga injifannoo Adwaa…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaarraa tokkummaa fi Cichoomina baranna – Kantibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Injifannoon Adwaa kan wareegamni dhiigaa fi lafee itti kaaffalame injifannoo seenaa addaati jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Idil Addunyaa Walitti bu’iinsa Baha giddugaleessaa wareegamuu hogganaa Afuuraa Ayatoolaahi Alii Kameeniif… Sifen Megersa Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Walitti bu'iinsa Baha giddugaleessaa muudateen hogganaan Afuuraa Iraan Ayatolaa Alii Kameen ajjeefamaniiru. Walitti bu'iinsi Ameerikaa,…
Oduu biyya keessaa Daawwannaa Dooktar Abiy Ahimad Ajarbaajaatti taasisaniifi michummaa haaraa… Tsehay Guluma Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Daawwannaan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Azarbaajaanitti taasisan Itiyoophiyaan tumsa haaraa fi michummaa cimsuuf kan hojjetu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha- Injiinar Ayishaa… Tsehay Guluma Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Injifannoon Adwaa nageenya waloo fi tumsa loltummaa Afrikaanotaaf bu’uura cimaadha jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Injiinar Ayishaa…