Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammud Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 (FMC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhaniiru.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Ministira Muummee FDRI ta’uun irra deebiin filatamuu hordofee Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud erga baga gammaddanii dabarsaniiru.

Irra deebiin filatamuu keessaniif gammachuu guddaa qabaachuu koo ibsuun barmaada, bara hojii gaarii akka isiniif ta’un hawwa jedhan.

Hariiroo Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa gidduu jiru cimsuu, akkasuma nageenya naannawaa Afrikaa fi badhaadhina waloo ummattoota keenyaa mirkaneessuf tumsan hojjenna jechuun ibsan.

#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #MullataGudda

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.