Oduu biyya keessaa Goobee fi Shinooyyee Ifa Birraa lallaban…. Tsehay Guluma Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) - Goobee fi Shinooyyeen, sirna dukkanni gannaa goolabamee boqonnaan ifa birraa itti lallabamuudha. Barri moofaan xumuramee barri haaraan yemmuu dhufu…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa yaaddoo nageenyaa gahumsaan ittisuuf qophiidha – Komishinar Jeneraal… Tsehay Guluma Aug 19, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2018 (FMC) - Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa yaaddoo nageenyaa gahumsaan fashaleessuufi nageenya biyyaalessaa mirkaneessuuf qophiidha jedhan Ajajaan Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddara Afrikaa- Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa… Tsehay Guluma Aug 19, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2018 (FMC) - Indaastirii Aviyeeshinii idil vaddunyaa waggoota darban keessatti rakkoolee hedduu, gatii boba’aa olka’uu irraa kaasee hanga weerara COVID-19 fi muddama…
Oduu biyya keessaa Mootummaan kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuf hojiilee eegale cimsee itti fufa- Obbo Awwaluu Abdii Tsehay Guluma Aug 13, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2018 (FMC)- Mootummaan kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuf hojiilee eegale cimsee itti fufaa jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Biiznasii Baankichi hammattummaa faayinaansii mirkaneessuu fi hirmaannaa diinagdee lammiilee guddisuuf… Tsehay Guluma Aug 12, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC)- Baankiin Siinqee hammattummaa faayinaansii mirkaneessuu fi hirmaannaa diinagdee lammiilee guddisuun, misooma hawaas-diinagdee fi deeggarsa misoomaa irratti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa, dargaggoota isheerraa adda baasanii ilaaluun hindanda’amu-MM Dr. Abiy Ahimad Tsehay Guluma Aug 12, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC)-Itiyoophiyaa, dargaggoota isheerraa adda baasanii ilaaluun hindanda’amu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad erga gama…
Oduu biyya keessaa Inisheetiiviin Shaayii oomisha qonnaa fi sirna deeggarsaa ciccitaa irraa gara omisha gabaa… Tsehay Guluma Aug 10, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Inisheetiivii Shaayii Oromiyaatiin, oomisha qonnaa fi sirna deeggarsaa ciccitaa irraa gara omisha gabaa tarsiima’aafi sirna deeggarsaa qindaa’aatti ce’aa…
Oduu biyya keessaa Yaadonni mari’attoonni kaasan Itiyoophiyaa giddugala godhachuu qabu- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa Ayana Dheressa Aug 10, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2026 (FMC) — Yaadonni mari’attoonni kaasan Itiyoophiyaa giddugala godhachuu qabu jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Ar’aayaan.…
Oduu biyya keessaa Waggoota shanan dhufanitti nageenyaafi olaantummaa seeraa kabajchiisuu fi wabii nyaataa… Yonatan Birhanu Aug 9, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2018(FMC) - Paartiin badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaan injifachuun isaa mirkanaa'e waggoota itti aanan shananitti imaanaa uummanni itti kenne kabajuun nagaa fi…
Oduu biyya keessaa Seenessi biyya kanaa gostokkee ture- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Aug 8, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2018 (FMC)- Seenessi Itiyoophiyaa baroota darban gostokkee ture jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Dhimmoota…