Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa Itti fufeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Manni Maree Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Feb 19, 2026 0 Har'as turtii keenya Wallaggaa ittifufuun, Looreeta Nagaa Addunyaa Mummee Ministiraa keenya Abiyyi Ahimad (PhD)’fi jila isaanii waliin ta’uun ijaarsa Indaastirii Nyaataa Qindaa'aa Buusaa…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoonni oomishuu qofa osoo hin taane oomisha isaanirraa sona dabalaa jiru – Dooktar… Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Daakuu Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Gibee Dhidheessaa daawwataniiru. Qonnaan bultoonni…
Oduu biyya keessaa Yaadama ida’amuutiin hogganamuun yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaa injifannee badhaadhina hunda… Ayana Dheressa Feb 18, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Yaadama ida’amuutiin hogganamuun inisheetiivota jiran qixaan hojiitti hiikuun yoo itti gargaaramne yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaa injifannee…
Oduu biyya keessaa Qexoon bara lakkaa’ee, yeroo eegee akka wal agarruuf sababa ta’e – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 18, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektii misooma jallisii Qexoo daawwataniiru. Qexoon kaleessa irraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godina Qeellam Wallaggaatti hojiilee misoomaa daawwatan Tsehay Guluma Feb 18, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Qeellam Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaaniitti hojiilee misoomaa daawwataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Uummata miliyoona 100 fi miliyoona 30 ol kan qabdu Itiyoophiyaan ulaa galaanaa dhorkamuun sirrii… Yonatan Birhanu Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018(FMC) - Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad Uummata miliyoona 100 fi miliyoona 30 ol kan qabdu Itiyoophiyaan ulaa galaanaa dhorkamtee turuun sirrii miti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan simachuu kootti gammadeera – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif gara Finfinnee dhufan simachuu kootti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad dura taa’aa haarawaa Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Yonatan Birhanu Feb 15, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 8, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad dura taa'aa haarawaa Gamtaa Afrikaa , pirezidaantii Buruundii Ivaaristee Nidaayshiimiyeen waliin mari'ataniiru.…