Ijaarsa dhaabbileerratti xiyyeeffannoo olaanaan hojjetameera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Konfiraansii''Guddina Faayinaansii Itiyoophiyaatti" jedhurratti Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad yaadaa fi gaaffii ka'aniif deebii kennaniiru.…