Oduu biyya keessaa Kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’an 200f beekkamtiin laatame Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad marsaa 2ffaan kaffaltoota gibiraa federaalaa amanamoo ta’an 200f beekkamtii kennan. Sirna…
Oduu biyya keessaa Balaa uumamaa naannolee hedduu miidhe ilaalchisee tarkaanfiiwwan mootummaan fudhate gamaaggamameera… Wabi Fufa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Balaa uumamaa naannolee hedduu miidhe ilaalchisee tarkaanfiiwwan mootummaan fudhate gamaaggamameera – Dooktar Abiy Ahimad Muummeen Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Har’aa eegalee maallaqa harkaa harkatti dabarsuun bittaa gurgurtaa qabeenyaa gaggeessuun hin… Obse Wakgari Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Har'aa eegalee maallaqa harkaa harkatti dabarsuun bittaa gurgurtaa qabeenyaa gaggeessuun kan hin danda'amne ta'uu Eejansiin Mirkanaa fi Galmeessa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murteewwan dabarse Obse Wakgari Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga'ii idilee 89ffaasaa gaggeessen murteewwan dabarse. Manni marichaa kaleessa Fulbaana 6,2013 walga'ii idileesaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa booru walga’ii ariifachiisaa 3ffaasaa ni gaggeessa Obse Wakgari Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii ariifachiisaa 3ffaasaa ni gaggeessa. Waajjirri mana marichaa Faanaa Broodkaastiing…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Fulbaana 23 Hora Finfinneetti, bariitu Harsadiitti kabajamee oola Obse Wakgari Sep 16, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Irreechi Malkaa baranaa Fulbaana 23 fi 24,2013 kabajamee oola. Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo ibsa laaten akka beeksisetti Irreechi Birraa baranaa hora…
Oduu biyya keessaa “Gabataa Biyyaaf” irraa tumsi Birrii biiliyoona 3 kan argamu ta’uun ibsame Obse Wakgari Sep 16, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – "Gabataa Biyyaaf" irraa tumsi Birrii biiliyoona 3 kan argamu ta'uun ibsame. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojaktoota…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa qonna Ityoophiyaa tumsuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 80 raggaasise Obse Wakgari Sep 16, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa misooma qonnaa Ityoophiyaa tumsuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 80 raggaasise. Dhaabbatichi akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Godina Matakkalitti rakkoon nageenyaa mudatee ture tasgabbaa’uun ibsame Obse Wakgari Sep 16, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkal aanaalee muraasatti rakkoo nageenyaa mudatee ture tasgabbeessuu fi olaantummaa seeraa kabachiisuuf…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dabalataan namoonni 700 vaayrasii koroonaan qabaman Obse Wakgari Sep 16, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 700 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleessa darbeen…