Jilli obbo Shimallisiin duurfamu Baalee Roobee, Gobba fi magaalota ollaa daawwatan
Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisatiin duurfamu Baalee Roobee, Gobbaa fi magaalota ollaa daawwatan.
…