Obbo Dammaqaan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga'e jedhan.…