Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa 18ffaan guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha- TKM Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018( FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha jedhe. Tajaajilichi guyyaa Alaabaa…
Oduu biyya keessaa Inistiitiyuutichi dhaloota yaadama haaraa biyya guddisuu uumuuf ga’ee guddaa qaba –… Yonatan Birhanu Oct 12, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2018(FMC) - Inistitiyuutiin Tekinooloojii Shaggar cabinsa sirna Barnootaa furuun dhaloota yaadama haaraa qabu uumuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan…
Ispoortii Qiddus Giyoorgis shaampiyoonaa Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee ta’e Yonatan Birhanu Oct 12, 2025 0 Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) - Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee 19ffaa "Waancaa Haaromsaa" Qiddus Giyoorgis Machaaliin 2fi 1n injifachuun shaampiyoonaa ta'eera. Machaal Bunni…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Maahimmud waliin… Yonatan Birhanu Oct 12, 2025 0 Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee RFDI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Maahimmud waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy ergaa fuula…
Ispoortii Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha ramaddii xumuraa ni taphata Sifen Megersa Oct 12, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har'a tapha ramaddii xumuraa gulaallii Waancaa Addunya gita Burkiinaa Faasoo waliin ni taphata.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Dooshaa fi Odaa Bulluq Irreeffatame Sifen Megersa Oct 12, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Irreechi Malkaa Dooshaa fi malkaavOdaa Bulluq Irreeffatameera. Ayyaanni Irreechaa Malkaa Dooshaa, Bulchiinsa magaala Asallaatti haala duudhaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Malkaawwan adda addaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Oct 12, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Ayyaanni Irreechaa Malkaawwan adda addaatti haala duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajamaa jira. Ayyaanichi mata duree 'Irreecha Olka'iinsa Biyyaaf'…
Oduu biyya keessaa Gootummaan meeshaa waraanaa hidhachuun socho’uu osoo hin taane hojjetanii biyya misoomsuun… Sifen Megersa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Gootummaan meeshaa waraanaa hidhachuun socho'uu osoo hin taane hojjetanii biyya misoomsuun ifoomuu qaba jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti yaadama hin danda’amu jedhu qofa osoo hin taane waan hojjetamellee amanuun… Sifen Megersa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaatti yaadama hin danda'amu jedhu qofa osoo hin taane waan hojjetamellee amanuun rakkisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…