Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota 792 eebbisiise Sifen Megersa Mar 14, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Wallaggaa yeroo 20ffaa marsaa 2ffaan barattoota muummee garaagaraa barsiisaa ture 792 eebbisiiseera Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Sirna cimaa waloon ijaarrachuun hiyyummaa fi booddatti hafummaa keessaa bahuuf tokkummaa keenya… Sifen Megersa Mar 14, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Mariin paanaalii Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromootiin qophaa'ee kan Dargaggoota Oromoo fi qaamoolee hawaasaa gara garaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Mar 14, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Liiverpuul Tootenhaam, Maanchiister Yuunaayitiid ammoo Astoon Viilaa keessummeessan ni…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Bara haaraa Ummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 14, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Ayyaanni Bara haaraa Ummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan sagantaalee adda addaan kabajamaa jira. Ayyaanichi har'aa eegaluun akkaataa duudhaa aadaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaanti Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emireetoota Araba Gamtoomanii Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Sadiif gaddi biyyaalessaa labsame Sifen Megersa Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo naannawaa adda addaatti bala sigiga lafaa fi balaa lolaa mudateen lubbuun namootaa darbuu hordofee guyyaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti Guyyaan gaddaa Sadii labsame Tsehay Guluma Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo naannawaa adda addaatti balaa sigiga lafaa fi lolaa mudateen lubbuun namootaa darbuu hordofee guyyaan gaddaa…
Oduu biyya keessaa Kennaa addaa hawaasa aanaalee Sadii Canqaa fi Hawwaa Galaan, Pirojektii misooma Jallisii Qexoo… Sifen Megersa Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) –Godina Qeellam Wallaggaatti kan argamu Pirojektiin Misooma jallisii Qexoo jireenya hawaasaa naannawichaa jijjiiruu keessatti piroojektii gahee olaanaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa godina Gaamootti miidhaa sigiga lafaa… Yonatan Birhanu Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa godina Gaamoo bakka adda addaatti sigiga lafaa fi lolaa mudateen…
Oduu biyya keessaa Bu’aa qabeessummaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa guddina diinagdee biyyattiif murteessadha – Pir.… Sifen Megersa Mar 13, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Bu’aa qabeessummaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa guddina diinagdee Itiyoophiyaa murteessadha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee.…