Oromiyaatti uwwisa Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob babal’isuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti uwwisa Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob babal’isuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Siiviil Sarvisii fi Qabeenya Namaa naannichaa.…