Waraqaan Eenyummaa Biyyalessaa hojii yakka ittisuu salphise – Komishinara Jeneraalaa Dammallaash…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Waraqaan Eenyummaa Biyyalessaa hojiitti galuun yakka ittisuu fi hojiilee tiraafikaa salphiseera jedhan Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa…