Idil Addunyaa Ulaa Hormuuz… Ayana Dheressa Apr 28, 2026 0 Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC)- Ulaan Hormuuz (Strait of Hormuz) addunyaa irratti bakka siyaas-qubsumaa(geopolitics) fi dinagdee murteessaa ta'eedha. Bakka kana "Ulaa murteessaa boba'aa…
Oduu biyya keessaa Ce’umsi Indaastirii Itiyoophiyaa birmadummaa biyyaalessaa waaraan mirkaneessuuf bu’uura… Sifen Megersa Apr 28, 2026 0 Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC) – Ce'umsi Indaastirii Itiyoophiyaa fedhii guddina diinagdee lakkoofsaan ibsuu caalaa birmadummaa biyyaalessaa waaraan mirkaneessuuf bu'uura…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama Sifen Megersa Apr 28, 2026 0 Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa tapha walakkaa xumuraa marsaa jalqabaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama. Taphni walakkaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Moozaambiik waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Rippabilikaa Moozaambikii Daani’eel Firaansiiskoo Chaappoo waliin marii gamlamee taasisuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Moozaambik Godahambaa Masaraa Biyyaaleessaa daawwatan Tsehay Guluma Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Moozaambik Daani’eel Firaansiiskoo Chaappoon godahambaa Masaraa Biyyaaleessaa daawwataniiru. Pireezidaantiin Moozaambik Daani’eel…
Oduu biyya keessaa Pirezidaantiin Moozaambik Siidaa yaadannoo gootota Adwaa jala dira Abaaboo kaa’an Ayana Dheressa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Moozaambik Daani’eel Firaansiiskoo Chaappoon Siidaa yaadannoo gootota Adwaa jala dira Abaaboo kaa’aniiru. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Mozaambiik damee Aviiyeeshiniin tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Abbaan Taayitaa Siiviil Aviiyeeshinii Itiyoophiyaa fi Abbaan Taayitaa Dambii Siiviil Aviiyeeshinii Moozaambiik dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Mozaambiik tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf mari’atan Sifen Megersa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad Ministira Raayyaa Ittisaa Moozaambiik Ikiristiiyaavoo Artuur Chummee waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Adeemsi Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uu fiixee milkaa’inaa irra… Ayana Dheressa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Adeemsi Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta'uu fiixee milkaa'inaa irra ga’eera jedhan Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhaminsa Naannawwaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik simatan Ayana Dheressa Apr 27, 2026 0 Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Moozaambiik Daani’eel Firaansiiskoo Chaapoo simataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…