Ispoortii Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har'a taphatameen Midira Gannat Shireen Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qabxii qoodate.…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Filannoo waliigalaa Itiyoophiyaa 7ffaaf guyyoota sadii qofatu hafe Sifen Megersa May 29, 2026 0 Yeroo ammaa kana hawaasni bal’aan kan sagaleesaa kennus ta’e kan biroo, Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa fi dhaabbileen dhimmi ilaallatu hundi qophii isaanii xumuraa jiru. Buufataaleen…
Oduu biyya keessaa Magaalota Amboofi Jimmaatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru Ayana Dheressa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Magaalota Amboofi Jimmaatti meeshaaleen filannoo buufataalee filannoo garaagaraaf raabsamaa jiru. Itti gaafatamaan Waajjira Naannoo Filannoo Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Naannolee garaagaraatti meeshaaleen filannoof oolaan raabsamaa jiru Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Naannoo Somaalee fi Kibba Itiyoophiyaatti meeshaaleen Filannoo waliigalaa 7ffaaf oolaan raabsamaa jiru. Naannoo Somaaleetti buufataalee filannoo…
Oduu biyya keessaa Waltajjii paartileen filmaatawwan imaammataa isaanii uummataaf ittiin dhiyeessan uumuun hojii… Yonatan Birhanu May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018(FMC) - Filannoo waliigalaa 7ffaa ilaachisee paartileen siyaasaa filmaatawwan imaammataa isaanii uummataaf akka dhiyeessaniif gama waltajjii uumuutiin hojiiwwan…
Oduu biyya keessaa Dirqama Miidiyaaleefi Gaazexeessitootaa filannoo waliigalaa 7ffaa gabaasuuf eeyyama argatanii… Sifen Megersa May 29, 2026 0 Miidiyaaleefi Gaazexeessitootni Filannoo Waliigalaa 7ffaa gabaasuuf eeyyama argatan dirqama akkamii qabu? 👉 Aadaa biyyaafi naannawaa filannoo kabajuu 👉 Baajii boordiin filannoo kenne…
Oduu biyya keessaa Sagaleen keenya gatii guddaa qaba- Jiraattota magaalichaa Ayana Dheressa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan carraa waggoottan shanan dhufanii Itiyoophiyaa murteessuuf sagaleen keenya gatii guddaa qaba jedhan jiraattonni magaalaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti meeshaaleen filannoo gara buufataalee filannootti raabsamaa jiru Ayana Dheressa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Naannoo Harariitti meeshaaleen filannoo gara buufataalee filannootti raabsamaa jiru. Filannoon Waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama.…
Oduu biyya keessaa Filannoo fi mirgoota lammiilee… Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama. Akkaataa Heera Mootummaa Rippaablika Diimokiraatawaa Federaalaawaa Itiyoophiyaa keeyyata…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii…